Maqaa Oromoo

價格:免費

更新日期:2019-02-15

檔案大小:1.5M

目前版本:3.0

版本需求:Android 4.0 以上版本

官方網站:mailto:fuadmoh9@gmail.com

Email:http://www.addissera.com/Policy/policydata.html

聯絡地址:Addis Abeba, Bisrate Gebriel

Maqaa Oromoo(圖1)-速報App

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu. “Foolii gaarii mannaa, maqaa gaarii wayya jedhe arjaan” akkuma jedhan Maqaan hunduu hiikaa fi waan ibsu qaba. Yeroo ammaa kanatti, oromoon maqaa hiika cimaa qabuufi miidhagaa ta’e ijoolleesaaf baasaa jira. Kun immoo guddina Afaan Oromootiif gahee ammana hin jedhamne qaba. Dabalataanimmoo ijoolleen maalummaa isaanii sirritti hubachaa adeemu. Kana booda afaan ormaatiin: baqqalaa, birhaanuu, tsahaay, kabbadaa… jechuun hafee Eebbisaa, Murteessaa, Iftuu, Faayaa, Aagaa, Kanaa’ol, Falmattuu… kan jedhan moggaafamuu qabu. Sababnisaa maqaawwan ormaa dhaloota qubee wojjiin kan deeman miti! Maqaan kee keeti, kan ormaa kan ormaati waan ta’eef keen booni..! Barri maqaa ufiitti qaana’an darbeera waan ta’eef.

Maqaa Oromoo(圖2)-速報App

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.

Maqaa Oromoo(圖3)-速報App

Contact details

Maqaa Oromoo(圖4)-速報App

Email: fuadmoh9@gmail.com

Maqaa Oromoo(圖5)-速報App

Phone: +251962055934

Maqaa Oromoo(圖6)-速報App

Maqaa Oromoo(圖7)-速報App

Maqaa Oromoo(圖8)-速報App